
Nashiidaa Afaan Oromoo
raayyaa-1-20
About App
Manzuumaa/Nashiidaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama. Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii. ♪ Arjooma Keetiinii ♪ Haqiiqaa Islaamaa ♪ AhmadNuuril Hudaa ♪ Maqaan Kee ol taanaanii ♪ Nu Badhaafte Diinii ♪ Rabbi Sa'alNaaka ♪ Laa Shariika Lahuu ♪ Keyru Kalqillaa
Developer info