Indus Logo
Hiibboo fi Deebii | Indus Appstore | App Icon

Hiibboo fi Deebii

hiibboo-deebii-waliin

Verified

4

Rating
Hiibboo fi Deebii | Indus Appstore | Screenshot

About App

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko. Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebi

Developer info

Popular Apps